Odeeffannoo fayyaa
Odeeffannoo amanamoo dhimma covid-19, qoratamuu fi yoo si dhukkube maal gochuu akka qabduu.
Mallattoo / Symptoms
People with COVID-19 have had a wide range of symptoms – ranging from mild symptoms to severe illness. Symptoms may appear 2-14 days after exposure to the virus. Anyone can have mild to severe symptoms. Learn more about symptoms.
- Fever or chills.
- Cough.
- Shortness of breath or difficulty breathing.
- Sore throat.
- Congestion or runny nose.
- New loss of taste or smell.
- Fatigue.
- Muscle or body aches.
- Headache.
- Nausea or vomiting.
- Diarrhea.
Different strategies are recommended to prevent the spread of COVID-19 and other respiratory viruses. If you have symptoms, stay home and test immediately. Find testing information and options.
Tooftaaleen adda addaa tamsa’ina covid-19 fi vaayirasiilee sirna hargansuu ittisuuf gargaaran kan kaa’aman(ajajaman) jiru. Yoo mallattoo qabaatte mana turi, yaroodhuma sanitti qoratami.
Eenyuutu qoratamuu qaba. Odeeffannoo qoratamuu fi filannoolee jiran.
COVID-19 Yoo Ofirratti Argitan Maal Gochuu Akka Qabdan
Yeroo si dhukkube namoota biroo irraa fagaachuun mana turi
Yoo mallattoolee vaayirasii hargansuu qabaachuu kee hubatte mana turuun namoota biroo irraahiis fagaadhu. Haguuggii funyaanii uffachuun covid-19tiis qoratami. Erga mallattooleen sitti fooyya’e boodaa fi sa’aatiilee 24’f ho’a qaamaa osoo hin qabaatin yokiin qoricha ho’a qaamaa hir’isu osoo hin fudhatin yoo dabarsite hujii idileetti deebi’uun ni danda’ama.
Guyyoota duraa shaniif osoo mallattoolee hin argin yoo turte tooftaalee baayyee tamsa’ina vaayirasii dhaabuuf gargaaran fayyadami. Karaaleen tamsa’ina vaayirasii sirna Hargansuu ittiin dhaabuuf gargaaran keessaa:
- Talaallii yeroon barbaaddu hordofuun fudhachuu yoo tahu kuniis namoonni akka malee akka hin dhukkubsanne, mana yaalaa akka hin gallee fi du’a xiqqeessuuf ni gargaara. Kuniis Talaallilee Utaalloo(Flu), covid-19 fi RSV kan of keessaa qabuudha.
- Vaayirasii sirna hargasuu qoratamuu.
- Haguuggii uffachuu.
- Filannoo yaala covid-19’f jiran barbaaduu.
- Namoota biraa irraa fagaachuu.
- Qulqullina eeggachuu- kuniis Yeroo qufaanuu fi haxxifannu ofitti golguun, yeroo hunda harka dhiqachuunii fi dabree dabree toora wantoota gubbaa qaqqabatame qulqulleessuudha.
- Qilleensa qulqulluu argachuuf tarkaanfiilee barbaachisu fudhachuu. kuniis qilleensa mana keeysaa akka qulqullaahu gochuu, Qilleensi qulqulluun dabalataan akka gara keeysaa seenu yokiin alatti akka walitti qabamu gochuu.
- Vaayirasii sirna hargasuu qoratamuu.
Waa’ee qaceelfama haarawaa dabalataan baradhu
Odeeffannoo haarawa qaceelfama vaayirasii sirna hargansuun wal qabatee jiru
Haguuggii fuulaa
Anyone can mask at any time. Masks filter particles and block droplets when you breathe, talk, sing, cough or exhale. Wearing a respirator or mask reduces the number of germs that you exhale into the environment around you. It's recommended that people should wear a mask if any of these apply:
- Anyone experiencing respiratory symptoms (coughing, sore throat, sneezing, etc.).
- Anyone with a positive COVID-19 test.
- Anyone at high risk for severe illness.
Masks also protect from particles like smoke, air pollution, mold and droplets from other people's breath in the air you breathe in. Masks do not filter out harmful gases and vapors such as carbon monoxide or gasoline. It is important to consider the level of filtration and fit when choosing a respirator or mask.
Mask use and effectiveness
- Recommendations on when to wear a mask - MDH
- Your guide to masks - CDC
- How to wear your N95 - CDC
Mallattoo Covid-19’n booda
Kun yeroo namoonni sababa dhibee virus covid-19 isaan qabee turuutiin dhibee saniin erga miidhaman booda mallattoolee torbaa afur yokiin sanaa ol turu agarsiisaniidha. Mallattoon kun haarawa, kan dabree dabree mullatu yokiin kan itti fufinsaan mullatuus tahuu danda’a. Mallattoon kun ji’ootaaf kan turu yoo tahu inniis salphaa hamma cimaatti tahuu danda’a.
Mallattoo Covid-19’n booda eenyuutu qabaatuu mala?
Namoonni kamuu, ijoollee dabalatee, kan dhibee vaayirasii covid-19 poositivii tahe mallattoo kana qabaatuu mala. Mallattoon Covid-19’n boodaa kun irra caalatti namoota baayyee dhukkubni itti cime irratti kan mullatu tahuus namoota mallattoo hin qabnee fi kan salphaa qaban irrattillee mullachuu danda’a. Namoonni talaallii fudhatan yeroo kamittillee covid-19’n poozitivii yoo tahaniyyuu Mallattoon Covid-19’n boodaa kana agarsiisuuf carraan jiru xiqqaadha.
Mallattoo / Symptoms
Haalli Mallattoo Covid-19’n boodaa kana ittiin qoratanii adda baasan waan hin jirreef mallattoo ifirratti beekuun baayyee barbaachisaadha. Mallattoon Covid-19’n booda mullatu kun namaa fi namatti garaagarummaa qabaachuu danda’a. Namni tokko mallattoollee adda addaa yeroo tokkotti qabaachuu mala. allattooleentee sun jireenya kee irratti dhiibbaa uumti tahe dhiheessitpoota yaala keetii dubbisi. Mallattoo Covid-19’n booda dhufan ballinaan baradhu.
Yaalii fi gargaarsa
Ogeessonni fayyaa sababaa fi yaalii Mallattoo Covid-19’n booda dhufan irratti qoranaa gochaa jiru. yoo Mallattoo Covid-19’n booda qabda tahe gargaarsi fayyaa fi hawaasummaa argattu jiraachuu malu. Filannoo gargaarsa adda addaa Mallattoo Covid-19’n booda irratti jiru ballinaan baradhu.
Sababa Mallattoo Covid-19’n booda saniif hojjachuu yoo hin dandeenye
Sagantaan haarawni ‘MN RETAIN’ jedhamu hojjattoota sababa dhibee fi miidhaatiin hojjachaa hin jirre kan gargaaruudha. Sagantichi gargaarsa qopheessuun hojjattoonni akkuma irraa fooyya’aniin hujiirra akka turan yokiin hujitti akka deebi’an kan godhuudha.
- 507-284-4537 irratti bilbili.
- Barumsa dabalataatiif toora mnretain.com jedhu ilaali.
- MN RETAIN flyer.
Sanadoota
Rreeffamni odeeffannoo kanaan gadii kun bifa PDFniis jira.
Talaallii
Qorachiifamuu
Yoo si dhukkube, yokiin yoo poozitivii taate
- Qunnamtii Dhihoo ykn Saaxilamummaa COVID-19
- Adda of baasuu fi seerota bakka adda of baasuu (PDF)
- COVID-19 Yoo Ofirratti Argitan Maal Gochuu Akka Qabdan
Qorichoota COVID-19 yaaluuf gargaaran
Imala
Haguuggii
- Attamiin Maaskii Keessaan Sirriin akka Kaawwattan
- Face coverings/mask information and recommendations
Ittisuu
Odeeffannoo nyaataa - Food resources
Ramadan
- Osoo soomuu talaallii COVID-19 fudhachuu ni dands'aa?
- Ji'a Ramadaan karaa afuraan armaan gadiitin fayyaa keessan kunuunsaa.
- COVID-19 Awareness message about Ramadan
- Message about COVID-19 and Ramadan
Ulfaa fi talaallii Covid-19
Aisha, Narsoota Galmaawan
- Yoo talaalliin kun dubartoota ulfaatiif kan tahu tahe ulfa qabaachuu koo iddoo kilinika talaalliitti maaliifiin gaafatama?
- Dubartiin ulfaa talaalamuu ni dandeessii?
Jenny, Narsoota Galmaawan
- Yoo talaalliin kun dubartoota ulfaatiif kan tahu tahe ulfa qabaachuu koo iddoo kilinika talaalliitti maaliifiin gaafatama?
- Dubartiin ulfaa talaalamuu ni dandeessii?
Talaallii Covid-19 ijoolleedhaaf
Nebat, Ogummaan Kiyya Labooraatoriidhaa
- Ijoolleen covid-19’n qabaman hedduu hin dhukkubsatan yoo tahe talaalamuun maaliif barbaachise?
- Talaalliin kun ijoolleef fayyaalessa tahuu isaa maaliin beeyna? miidhaan yeroo gabaabaa fi yeroo dheeraa keessatti namarraan gahuu dandahu maali?
- Talaalliin covid-19 ijoollee umriin isaanii waggaa 5-11 tahaniif mirkaneeffamuuf maaliif yeroo dheeraa fudhate?
- Yoo sababa talaalliin miidhaa irra gahu hordofee daa’imni kiyya mana barumsaa irraa hafuun mana turuu fedhe maal gochuun qaba?
Jenny, Narsoota Galmaawan
- Ijoolleen covid-19’n qabaman hedduu hin dhukkubsatan yoo tahe talaalamuun maaliif barbaachise?
- Talaalliin kun ijoolleef fayyaalessa tahuu isaa maaliin beeyna? miidhaan yeroo gabaabaa fi yeroo dheeraa keessatti namarraan gahuu dandahu maali?
- Talaalliin covid-19 ijoollee umriin isaanii waggaa 5-11 tahaniif mirkaneeffamuuf maaliif yeroo dheeraa fudhate?
- Yoo sababa talaalliin miidhaa irra gahu hordofee daa’imni kiyya mana barumsaa irraa hafuun mana turuu fedhe maal gochuun qaba?
Gargaarsa Kafaltii awwaalcha nama covid-19 du’eef
The COVID-19 incident period ended on May 11, 2023. FEMA will continue to provide funeral assistance until Sept. 30, 2025 to those who have lost loved ones due to the pandemic.
Kafaltii awwaalcha nama covid-19 du’eef kan ifii baaftu yoo tahe FEMA si gargaaruu dandaya. Awwaalcha tokkoof hamma $9000 argachuu dandeessa.
Iyyata galfachuuf
Gargaarsa FEMA’S COVID-19 jedhu irratti lakkoofsa 1-844-684-6333 (TTY: 800-462-7585) fayyadamuun bilbili.
- Kan jiru WD sa’aa 8 hanga WB sa’aa 8tti.
- Tajaajilli afaanii ni jira.