Odeeffannoo COVID-19
Talaallii
Yeroo ammaa Namni umriin isaa ji’a 6 fi sanii olii hundi talaallii covid-19 fudhachuu ni dandaya.
Qorachiifamuu
Qorannoo covid-19 godhachuun mala dansaa ittiin tatamsa’ina vaayirasii kanaa ittisaniiniidha.
Odeeffannoo fayyaa
Odeeffannoo amanamoo dhimma covid-19, qoratamuu fi yoo si dhukkube maal gochuu akka qabduu.