Talaallii COVID-19 kee kan tolaa fudhadhu.
- Yeroo ammaa Namni umriin isaa ji’a 6 fi sanii olii hundi talaallii covid-19 fudhachuu ni dandaya.
- Inshuraansiin hin barbaachisu. Waraqaa eenyummaa qabaachuun dirqamaa miti.
- Mataa kee, maatii fi hawaasa kee eegudhaaf yoo filatta tahe ammallee talaallii covid-19 kan jalqabaa fudhachuu dandeessa.
- Talaallii covid-19 fi kan madinummaa ol guddifachuuf fudhatamu irratti sii fi maatiinkee haala yeroo wajjiin jiraachuukee mirkaneeffadhu. Jiddugalli Ittisaa fi tohannoo dhukkubootaa (CDC) talaallii madinummaa ol guddifachuuf fudhatamu namoota umriin isaanii ji’a 6 fi sanaa oliitiif raggaasisee jira.
Kaardii talaalliiKaardii talaallii
Yoo kaardii talaallii kee bakka buufachuu yokiin covid-19 talaalamuu kee mirkaneessuu barbaadde, you can access your records through the Minnesota Immunization Information Connection (MIIC). MIIC uses the Docket app to list all your vaccines in one place, even if the vaccines were given by different health care providers in Minnesota. Use the Docket app to view immunization records, including COVID-19 vaccines.
If you don't or can't use the app, you can still access your record from your health care provider or through the Minnesota Department of Health.